Abrahaam Waaqayyoof ajajamuudhaan Yisihaaqiin gara biyya Mooriyaatti geessaa jira

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Bitootessa 2020

Maree Fakkeenya Taʼu

Yesuus Kiristoosii fi aarsaa inni kaffale ilaalchisee maree fakkeenya taʼu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’

Yihowaan Abrahaam ilma isaa akka aarsaa godhu kan isa gaafate maaliifi?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yisihaaqiif Haadha Manaa Barbaaduu

Murtoo cimaa murteessuu ilaalchisee tajaajilaa Abrahaam irraa maal baranna?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Eenyuufaa Affeeruun Qaba?

Ayyaana Yaadannoo duʼa Yesuus Kiristoos dhufu irratti namoonni affeeruu dandeessu tokko tokko eenyufaʼi?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure

Wantoota qulqulluu taʼan akkamii akka dinqisiifattu argisiisuu dandeessa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera

Yaaqoob eebba argachuu qabu kan argate akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yaaqoob Haadholii Manaa Fuudhe

Rakkinni hin eegne yoo nu mudate illee gaaʼela keenya keessatti gammachuu qabaachuu kan dandeenyu akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota Qaroo Dhabeeyyii Taʼaniif Lallabuu

Namoota qaroo dhabeeyyii naannoo keenyatti argamanitti jaalala argisiisuu fi isaaniif yaaduudhaan fakkeenya Yihowaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti?