Islooveeniyaatti Ayyaana Yaadannoodhaaf yommuu namoota afeeran

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Bitootessa 2018

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree duula Ayyaana Yaadannoo fi gaaffii irratti hundaaʼe: Yesuus kan duʼe maaliifi? Furiin maal raawwata?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Isin Keessaa Guddaa Taʼuu kan Barbaadu Hundi, Tajaajilaa Keessan haa Taʼu”

Waaqeffannaa wajjin haala wal qabateen, adda durummaadhaan hojii namoonni akka nu arganii fi nu jajan godhu irratti xiyyeeffannaa? Namni gad of qabu yeroo baayʼee hojii namoonni utuun hin taʼin Yihowaan qofti argu raawwata.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARAGAMU

Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu

Ajajawwan guguddaa lamaan Yesuus dubbatee fi Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman warra kamfaʼi? Akka isaaniif ajajamnu hoo argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalala Waaqayyoo fi Namootaaf Qabnu Guddifachuu kan Dandeenyu Akkamitti?

Waaqayyoo fi namoota jaallachuu qabna. Karaan jaalala kana guddifachuu itti dandeenyu inni guddaan guyyaa guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu dubbisuu dha.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Guyyoota Dhumaatti Karaa Hafuuraa Dammaqoo Taʼanii Jiraachuu

Namoonni yeroo harʼaatti jiran hedduun sochii baramaan guyyaa guyyaan godhan, yeroo dhimmawwan hafuuraatiif ramadan akka isaan jalaa fudhatu heyyamaniiru. Kiristiyaanonni karaa hafuuraa dammaqoo taʼan adda kan taʼan akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dhumni Sirna Kanaa Dhihaateera

Jechoonni Yesuus yeroo dhumaa keessa jiraachaa akka jirru kan argisiisan akkamitti? Gaaffiin kunii fi kan biroon viidiyoo ‘Dhumni Sirna Kanaa Dhihaateera jedhamu keessatti ibsamu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Dammaqaa Eegaa”

Fakkeenya waaʼee durboota kurnanii ibsu keessatti dhirsi misirroo, durboonni abshaalonnii fi gowwoonni maal argisiisu? Fakkeenyi kun siif hiika maalii qaba?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoonni Keenya Akkamitti Akka Qophaaʼan Leenjisuu

Jalqabumaa kaasee, barattoonni keenya barsiifata qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu isaaniitiif qophaaʼuuf qaban akka guddifatan isaan gargaaruu qabna. Akkamitti?