Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MULATA 20-22

“Kunoo, Ani Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”

“Kunoo, Ani Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”

21:1-5

Yihowaan wantoota hunda haaraa gochuuf waadaa galeera.

  • “Samii haaraa”: Bulchiinsa haaraa haalawwan lafa irra jiran irratti qajeelummaan akka dagaagu taasisu

  • “Lafa haaraa”: Hawaasa bulchiinsa Waaqayyootiif bitamuu fi ulaagaa qajeelinaa isaa eegee jiraatu

  • “Wantoota hundumaa haaraa”: Miidhaan qaamaa, sammuu fi miiraa nama dhiphisan wantoota nama gammachiisanii fi guyyaa guyyaadhaan arginuun bakka buufamu