Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 12-14

Kakuu Nuuf Hiika Qabu

Kakuu Nuuf Hiika Qabu

12:1-3; 13:14-17

  • Kakuu Yihowaan Abraamii wajjin gale, Mootummaan samii deggersa seeraa akka qabaatu godheera

  • Kakuun kun hojii irra ooluu kan jalqabe Dh.K.D. bara 1943⁠tti yommuu Abraam gara Kanaʼaan deemuuf Laga Efraaxiis ceʼetti fakkaata

  • Kakuun kun hamma Mootummaan Masihiichaa dhufee diinota Waaqayyoo balleessutti, akkasumas maatii ilmaan namootaa lafa irra jiran hundaaf eebba argamsiisutti itti fufa

Yihowaan amantii guddaa Abraam qabuuf isa eebbiseera. Abdiiwwan Yihowaan kenne irratti amantii akka qabnu yoo argisiisne, kakuu Abraamiin kan kaʼe eebbawwan akkamiitu nu eeggatu?