MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Fulbaana 30 hanga Onkoloolessa 27, 2019⁠tti qoʼataman qabateera.

“Nuti Abdii hin Kutannu”!

Abdiin keenya murtoo matumaa abdii kutachuu dhiisuuf goone nuuf cimsuu kan dandaʼu akkamitti?

Jaalalli Keessan Akka Guddatu Godhaa

Xalayaan warra Filiphisiyusiif ergame yeroo rakkinoonni nu mudatanitti illee jaalalli keenya akka guddatu gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼu hubachuuf nu gargaara.

‘Namoonni Isin Dhagaʼan’ ni Oolu

Firoonni keenya waaʼee Yihowaa akka baratan gargaaruuf maal gochuu dandeenya?

Haala Haaraa Wajjin Wal Baruun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Obboloonni hedduun hojii baayʼee jaallatan dhiisuun isaanitti ulfaachuu dandaʼa. Jijjiirama isaan mudatutti baruuf maaltu isaan gargaaruu dandaʼa?

Amantii—Amala Nama Cimsu

Amantiin humna guddaa nuuf kenna. Amantiidhaan rakkoowwan ciccimoo akka gaaraa taʼan dandamachuu ni dandeenya.

Yohaannis Cuuphaa—Barumsa Gammachuu Keenya Eegnee Jiraachuuf Nu Gargaaru

Haalli nuti hin eegne yeroo nu mudatutti illee tajaajila Waaqayyoo keessatti gammachuu keenya eegnee itti fufuu kan dandeenyu akkamitti?