MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Fulbaana 26 hanga Onkoloolessa 23, 2016⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

SEENAA JIREENYAA

Gammachuun Kennuudhaan Argadhe

Dargaggeessi lammii Ingilizii taʼe, Porto Riikoo keessatti misiyoonii taʼuudhaan, jireenya isa gammachiisu jiraachuu jalqabe.

Gaaʼela—Akkaataa Itti Hundeeffamee fi Kaayyoo Isaa

Gaaʼelli kennaa Waaqayyoo ti jechuun ni dandaʼamaa?

Gaaʼelli Kiristiyaanaa Milkaaʼina Akka Qabaatu Gochuu

Gorsa hojii irra ooluu dandaʼu argadhu.

Wanta Warqii Caalaa Gatii Guddaa Qabu Barbaadaa

Karaawwan sadan barattoonni Kitaaba Qulqulluu qorannaa godhan akka nama albuuda baasuu itti taʼan baradhu.

Karaa Hafuuraa Guddina Gochuun Si Barbaachisaa?

Guddina gochuuf maal gochuu akka dandeessu baradhu.

Warra Kaan Leenjisuun Barbaachisaa Akka Taʼe Sitti Dhagaʼamaa?

Galmawwan barbaachisoo akkamii akka hordofan isaan gargaaruu dandeessu?

Gaaffii Dubbistootaa

Harka dhiqachuun diinota Yesuusiif dhimma guddaa kan ture maaliifi?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

“Firii Yihowaadhaaf Ulfina Fidu Sassaabaan Jira”

Barattoonni Kitaaba Qulqulluu yeroo Waraana Addunyaa 1 ffaatti siyaasa irraa walaba taʼuu akka qaban hubachuu baatanis amalli isaanii buʼaa argamsiiseera.