MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Adoolessa 8–​Hagayya 11, 2024​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 18

‘Abbaa Murtii Guutummaa Lafaa’ Isa Gara Laafessa Taʼetti Amanamaa!

Torban Adoolessa 8-14, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 19

Murtii Yihowaan Gara Fuulduraatti Dabarsu Ilaalchisee Maal Beekna?

Torban Adoolessa 15-21, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 20

Jaalalli Lallabuu Kee Itti Fufuuf Si haa Kakaasu!

Torban Adoolessa 22-28, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 21

Nama Hiriyaa Gaaʼelaa Siif Taʼu Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Torban Adoolessa 29–​Hagayya 4, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 22

Milkaaʼinaan Wal Qorachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Torban Hagayya 5-11, 2024 keessatti kan qoʼatamu.