MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Adoolessa 1 hanga Hagayya 4, 2019 qabata.

Jaalalaa fi Haqa Gumii Kiristiyaanaa Keessatti

Seerri Kiristoos maali dha? Haqa kan jajjabeessu hoo akkamitti?

Jaalalaa fi Haqa, Yommuu Hamminni Nu Mudatu

Warri ijoollee isaanii miidhaa saalaa irraa eeguu kan dandaʼan akkamitti? Jaarsoliin gumii eeguuf maal gochuu dandaʼu?

Warra Miidhaan Irra Gaʼe Jajjabeessuu

Dubbiin Waaqayyoo, jaarsoliin, fi obboleettonni bilchaatoo taʼan namoota miidhaan saalaa irra gaʼe jajjabeessuu kan dandaʼan akkamitti?

‘Ogummaa Addunyaa Kanaatiin’ hin Gowwoomfaminaa

Yihowaa qofti Madda qajeelfama amansiisaa kan taʼe maaliifi? Kitaabni Qulqulluun ofii keenyaaf ilaalcha sirrii qabaachuuf kan nu gargaaru akkamitti?

Barsiifata Qoʼannaa Keessan Guddifadhaa!

Wantoota barbaachisoo taʼaniif dursa kennuu fi qoʼannaa dhuunfaa keenya irraa guutummaatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?