MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Waxabajjii 27 hanga Adoolessa 31, 2016tti q⁠o⁠ʼataman kan qabate dha.

Walitti Buʼiinsi Yommuu Uumamu Jaalalaan Hiikaa

Kaayyoon kee maal taʼuu qaba? Moʼicha argachuu, namni sun akka balleesse amansiisuu, moo kan biraa dha?

“Dhaqaatii . . . Saba Hundumaa Keessaa Namoota Barattoota Godhaa”

Gaaffiiwwan afuriif deebii argachuun keenya yeroo ha⁠r⁠ʼaatti raajii Yesuus dubbate raawwachaa kan jiran eenyu akka t⁠a⁠ʼan ifa godha.

Murtoowwan Dhuunfaa kan Gootan Akkamitti?

Dhimmawwan ajajni Kitaaba Qulqulluu kallattiidhaan irratti hin kennamne yeroo si mudatanitti maal gochuu qabda?

Kitaabni Qulqulluun Amma Iyyuu Jireenya Keessan Jijjiiraa Jiraa?

Dhugaa Baatuun tokko cuuphamuuf jecha qumaara irraa, tamboo xuuxuu fi qoricha sammuu hadoochu fudhachuu irraa fagaachuu kan dandaʼe taʼus, jijjiirama kan biraa gochuun itti ulfaateera.

Qophii Yihowaa Irraa Guutummaatti Fayyadamaa

Qophiiwwan hafuuraa tokko tokko irraa faayidaa akka hin arganne gochuu kan dand⁠a⁠ʼu maal jennee yaaduu keenya dha?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

“Warra Hojichi Imaanaadhaan Itti Kennameef”

Wanti bara 1919tti raawwatame addunyaa maratti hojiin dhiibbaa gaarii geessisu tokko akka jalqabu godheera.

Gaaffii Dubbistootaa

Kiristiyaanonni hojjettoota mootummaatiif kennaa ykn tiippii kennuun sirrii taʼuu fi dhiisuu isaa beekuuf kan isaan gargaaruu dandaʼu maali dha? Yeroo namni gumiidhaa baafame tokko deebiʼuu isaa beeksisni himamu, gumichi gammachuu isaa ibsuu kan dandaʼu akkamitti? Bishaan kuufamaan Beetazaataa jedhamu, ‘akka raafamu’ wanti godhu maal ture?