MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Caamsaa 6 hanga Waxabajjii 2, 2019⁠tti jiran kan qabate dha

Akkan hin Cuuphamne Wanti Na Dhowwu Maali Dha?

Namoonni waaʼee Yihowaa baratan tokko tokko cuuphamuu irraa dubbatti jedhu. Rakkoowwan duubatti akka jedhan isaan godhan moʼuuf maaltu isaan gargaaruu dandaʼa?

Sagalee Yihowaa Dhaggeeffadhaa

Yihowaan yeroo harʼaa akkamitti nutti dubbata? Waaqayyoon dhaggeeffachuudhaan akkamitti fayyadamna?

Miira Warra Kaaniitiif Akka Yaaddan Argisiisaa

Yihowaa fi Yesuus miira warra kaaniitiif akka yaadan kan argisiisan karaawwan kamiini, nuti hoo fakkeenya isaanii hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

Tajaajila Irratti Miira Namootaa Akka Hubattan Argisiisaa

Karaawwan tajaajila irratti miira namoota akka hubannu argisiisuu itti dandeenyu arfan kamfaʼi?

Gaarii Taʼuu—Amala Kana Akkamitti Horachuu Dandeessa?

Gaarii Taʼuu jechuun maal jechuu dha? Horachuuf carraaquu kan qabnu maaliif?

Yihowaan “Ameen” Jechuu Keessaniif Iddoo Guddaa Kenna

Namoonni hedduun kadhannaa booda akkuma baratanitti ‘ameen’ jedhu. Jechi kun hiika maalii qaba, Kitaaba Qulqulluu keessatti akkamitti itti hojjetame?