MASARAA EEGUMSAA Lakk. 3 2016 | Kitaaba Qulqulluu—Badiisa Irraa kan Oole Akkamitti?

Jaarraawwan darbaniif Kitaaba Qulqulluu balleessuuf ykn ergaa isaa geddaruuf yaalii hedduun godhamee ture. Wantoota kana irraa ooluun isaa hiika guddaa qaba kan jennu maaliifi?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Seenaa Beekuu Qabnu

Kitaabni akka Kitaaba Qulqulluu yeroo dheeraadhaaf ilaalcha namootaa irratti dhiibbaa geessise hin jiru. Haa taʼu malee Kitaaba Qulqulluutti amanuu ni dandeenyaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Tortoruu Irraa Ooleera

Barreessitoonni fi garagalchitoonni Kitaaba Qulqulluu ergaa Kitaaba Qulqulluu barreessuuf paappirasii fi gogaa fayyadamu turan. Barreeffamoonni durii kun hamma harʼaatti kan turan akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun mormii irraa ooleera

Geggeessitoonni siyaasaa fi amantii hedduun namoonni Kitaaba Qulqulluu akka hin qabaanne, akka hin maxxansinee fi akka hin hiikne gochuuf yaalaniiru. Taʼus tokkoon isaanii iyyuu hin milkoofne.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Yaalii Ergaa Isaa Geddaruuf Godhame Irraa Ooleera

Namoonni amanamoo hin taane ergaa Kitaaba Qulqulluu geddaruuf yaalaniiru. Yaaliin isaanii kan isaan irratti beekamee fi kan fashaleeffame akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Badiisa Irraa kan Oole Maaliifi?

Kitaaba kana adda kan godhu maali dha?

Kitaaba Qulqulluu Qooqa Guyyaa Guyyaadhaan Dubbatamuun Qophaaʼe

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼataa Afaan Oromootiin ni baʼe.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Ofis Taʼe Dubartoota Kabajuu Baradheera

Joseef Ireenboogen Kitaaba Qulqulluu dubbisuun isaa jireenya isaa guutummaatti jijjiireera.

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Maqaa Waaqayyoo waamuun dogoggora dhaa?

Wantoota garabiraa

Kitaabni Qulqulluun Yaada Waaqayyoo kan Qabate Dhaa?

Barreessitoonni Kitaaba Qulqulluu hedduun wanti barreessan Waaqayyo biraa akka dhufe dubbataniiru. Maaliifi?