Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Badiisni Addunyaa Dhihaateeraa?

Badiisni Addunyaa Dhihaateeraa?

Namoonni yeroo addunyaan kun itti badu ilaalchisee yeroo baayʼee raajii kan dubbatan taʼus, addunyaan kun amma iyyuu hin banne! Maarree badiisni addunyaa dhuguma ni dhufaa?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

  • Addunyaan kun kan badu akkamitti?

  • Kan balleeffamu yoomi?

  • Badiisa irraa ooluu ni dandeessaa?

  • Badiisa addunyaa booda haalli lafa irra jiraatu maal fakkaata?

Akkuma maxxansa kana keessatti ibsame, deebiin Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kanaaf kennu kan nama ajaaʼibsiisuu fi kan nama jajjabeessu dha.

Dhugaa Baatonni Yihowaa waaʼee kaayyoo Waaqayyoo caalaatti akka barattu si gargaaruu barbaadu.