Dhimma ijoo ta'etti seeni

Waajjira Muummee Seena Qabeessa Haaraa Ijaaramaa Jiru

Waajjira Muummee Seena Qabeessa Haaraa Ijaaramaa Jiru

Waajjirri muummee Dhugaa Baatota Yihowaa Waarwiik, Niiwu Yoorkitti ijaaramaa jira. Hojiin kun hojjettoota fedhiidhaan of dhiheessanii fi Yunaayitid Isteetis keessaa walitti qabamaniin ariifannaadhaan hojjetamaa jira. Namoonni kun fedhii isaaniitiin kaffaltii malee garaadhaa kan hojjetan siʼa taʼu, akka kennaa Waaqayyoof kennaa jiraniitti hojjetu. Hojjettoota adda taʼanii fi hojii guddaa hojjechaa jiran kana ilaali!