AMAJJII 30, 2024
WANTA HAARAA
Kitaaba Qulqulluu Sagaleedhaan Qophaaʼe—Faarfannaan 90 Hanga 106 ni Baʼe
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa irraa kitaaba Faarfannaa kutaa arfaffaa isaa (Faarfannaa 90 hanga 106) isa sagaleedhaan qophaaʼe jw.org irraa argachuun ni dandaʼama.
Kitaaba Faarfannaa kutaa arfaffaa isaa dhaggeeffadhu.