Ibsa Godaambaan Waajjira Damee Beeljiyeem Carraaqqii Kitaaba Qulqulluu Tursuuf Godhame Irratti Kenne
Yihowaan carraaqqii hiiktonnii fi maxxansitoonni Kitaaba Qulqulluu lubbuu isaanii balaadhaaf saaxiluudhaan Kitaaba Qulqulluu maxxansuuf godhan kan eebbise akkamitti akka taʼe ilaali.