MASARAA EEGUMSAA Amajjii 2014 | Soba Waaqayyo Jaalala Qabeessa Miti Jedhu
Sobni amantiiwwan babalʼisan Waaqayyo jaalala akka hin qabneefi namootarraa fagoo akka taʼe dubbata. Waaqayyo namootarraa fagoofi hamaa akka hin taane akkamitti beekuu dandeenya?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Carraaqqii Waaqayyoon Jaallachuuf Godhamu
Waaqayyo sirraa fagoo akka taʼe sitti dhagaʼamaa? Waaqayyo jaalala kan hin qabnedhaa? Namoonni baayʼeen, amantii kan qaban taʼanis akkas kan isaanitti dhagaʼamu maaliif akka taʼe dubbisi.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Soba Waaqayyo Maqaa Hin Qabu Jedhu
Namoonni maqaa Waaqayyoo beekuufi itti fayyadamuu ni dandaʼuu? Maqaasaa beekuun maaliif barbaachise?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Soba Waaqayyo Iccitiidha Jedhu
Barumsi Sillaasee, namoonni Waaqayyoon akka hin barreefi akka hin jaallanne gochuudhaan gufuu isaanitti taʼeera. Nama baruun ykn hubachuun hin dandaʼamne jaallachuu ni dandeessaa?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Soba Waaqayyo Gara Jabeessa Jedhu
Namoonni hedduun Waaqayyo cubbamoota barabaraaf adaba jedhanii amanu. Waaqayyo hammeenya akkasii ni raawwataa? Yeroo duunu maal taana?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Dhugaan Birmaduu Si Baasa
Yesus, barumsi amantii yeroo harʼaa barsiifamu dhugaa taʼuufi dhiisuusaa qoruuf ulaagaa akkamii kaaʼeera?
WANTOOTA GAMMACHUU MAATIITIIF BARBAACHISAN
Ijoollee Keessanii Wajjin Falmii Malee Haasaʼaa
Ilmikee ejjennoofi ilaalcha mataasaa qabaachuu barbaada. Isa gargaaruu kan dandeessu akkamitti?
Miidhaa Wal Hiikuun Geessisu Dandaʼanii Jiraachuu
Hiriyoonni gaaʼelaa wal hiikan hedduun, jireenyi sana booda jiraatan isa isaan yaadan caalaa rakkisaa akka taʼe hubataniiru. Gorsi Macaafni Qulqulluun kennu rakkina si mudatu karaa milkaaʼina qabuun moʼuuf si gargaara.
IJOOLLEE KEESSAN BARSIISAA
Yesus Kiristos—Isa Yaadachuu Kan Qabnu Akkamitti?
Yesus mucaa xinnoo akka taʼe qofatti isa yaadachuu qabnaa? “Namoonni ogeeyyiin” isa ilaaluu dhaqan namoota akkamiiti? Yesus yeroo ammaa maal gochaa jira?
Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu
Kaayyoon Kiristos itti deebiʼu maalidha? Kan deebiʼu haala akkamiitiini? Maal raawwata?
Wantoota garabiraa
Waaqayyo Maal Ana Irraa Barbaada?
Wanta Waaqayyo si irraa barbaadu beekuuf mallattoon, mulʼanni ykn waamichi adda taʼe si barbaachisaa? Deebii Kitaabni Qulqulluun kennu ilaali.