DAMMAQAA! Lakk. 1 2020 | Dhiphinarraa Boqonnaa Argadhu
Dhiphinni dabalaa jira. Taʼus, dhiphinarraa boqonnaa argachuuf wantoonni gochuu dandeessu hedduun jiru.
DHIPHINARRAA BOQONNAA ARGADHU
Ni Dhiphattaa?
Dhiphinaan akka hin liqimfamne wanti gochuun dandeessu hedduun jiru.
DHIPHINARRAA BOQONNAA ARGADHU
Wantoonni Dhiphinaaf Sababa Taʼan Maalfaʼi?
Wantoota dhiphinaaf sababa taʼanii fi wantoota kana keessaa dhiibbaa sirratti gochaa kan jiru yoo jiraate hubadhu.
DHIPHINARRAA BOQONNAA ARGADHU
Dhiphinni Maalidha?
Dhiphinni kutaa jireenyaa baramaa taʼedha. Garmalee dhiphachuun qaama keerratti dhiibbaa gochuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe ilaali.
DHIPHINARRAA BOQONNAA ARGADHU
Dhiphina Moʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
Qajeelfamoota hojiirra ooluu dandaʼanii fi dhiphina moʼuuf, tariimmoo hirʼisuuf si gargaaruu dandaʼan muraasa ilaali.
DHIPHINARRAA BOQONNAA ARGADHU
Jireenya Dhiphinarraa Walaba Taʼe Jiraachuu Dandeessa
Nuti ofii keenyaa wantoota nu dhiphisan hunda balleessuu hin dandeenyu. Yihowaan garuu ni dandaʼa.
“Garaan Tasgabbii Qabu Qaamaaf Jireenya Kenna”
Jechoonni Fakkeenya 14:30 irratti argaman kun ogummaa yeroon itti hin darbinee fi Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu calaqqisiisu.