Afaan Oromoo
Kitaaba Qulqulluu Sagaleedhaan Qophaaʼe​—Kitaabni Luqaas ni Baʼe
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/500800020/univ/art/500800020_univ_sqr_xl.jpg

Amajjii 17, 2025
WANTA HAARAA

Kitaaba Qulqulluu Sagaleedhaan Qophaaʼe​—Kitaabni Luqaas ni Baʼe

Kitaaba Qulqulluu Sagaleedhaan Qophaaʼe​—Kitaabni Luqaas ni Baʼe

Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa irraa kitaaba Luqaas isa sagaleedhaan qophaaʼe amma jw.org irraa argachuun ni dandaʼama.

Kitaaba Luqaas dhaggeeffadhu.