Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleessa keenya Vitaalii Manuulaav. Kaartaa: Dhimmi isaa kan ilaalame Baarnaawul, Raashiyaatidha

SADAASA 28, 2024
RAASHIYAA

‘Wanta Na Barbaachisu Naaf Kenna’

‘Wanta Na Barbaachisu Naaf Kenna’

Sadaasa 19, 2024, Manni Murtii Godinaa Indastiriiyaalnii Naannoo Altaay obboleessi keenya Vitaalii Manuyloov yakkamaa akka taʼe murteessee, waggaa lamaaf hojii humnaa akka hojjetu ajaja dabarse. Gamoo mana sirreessaa keessa jiraachuu fi bakka ramadamtetti tajaajila uummataa kennuun isa irraa eegama.

Ibsa Gabaabaa

Yihowaan isatti amanamuu keenya yoo itti fufne, kadhannaa gargaarsa isaa argachuuf dhiheessine dhagaʼuudhaan deebii akka nuuf kennu beekuun keenya nu jajjabeessa.—1 Yohaannis 5:14, 15.