Afaan Oromoo
Gabaasa Qaama Olaanaa 2025 Lakk. 1
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1112024026/univ/art/1112024026_univ_sqr_xl.jpg

AMAJJII 31, 2025
ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2025 Lakk. 1

Gabaasa Qaama Olaanaa 2025 Lakk. 1

Gabaasa kanarratti, birooshura Namoota Jaalladhu—Barattoota Godhi jedhamurraa kutaa dabalataa A isa “Dhugaawwan Namoota Barsiisuu Jaallannu” jedhu akkamitti fayyadamuu akka dandeenyu ilaalla. Dhugaawwan kana baruun keenya tajaajilarratti namootaa wajjin marii gaarii gochuuf nu gargaara.