Afaan Oromoo
Gabaasa Qaama Ol Aanaa Lakk. 4
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/702022012/univ/art/702022012_univ_sqr_xl.jpg

Waxabajjii 3, 2022
ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa Lakk. 4

Gabaasa Qaama Ol Aanaa Lakk. 4

Miseensi Qaama Ol aanaa tokko waa‵ee obboloota keenya baha Awurooppaa jiranii gabaasa dhiheesseera. Gaafannoowwan qorumsawwan nu irra ga‵an gammachuudhaan dandamachuuf nu gargaaranis ni beeksisa.