Oduu Addunyaa Maraa
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 1
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko muuxannowwan yeroo weerarri dhibee jiru kanatti milkaaʼina tajaajila keenya irratti arganne addeessan dubbata.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk. 9
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko yeroo weerarri dhibee itti fufee jiru kanatti, of eeggannoo gochuu keenya itti fufuu kan qabnu maaliif akka taʼee fi kooviid 19 irraa akkamitti of eeguu akka dandeenyu ibsa kenna.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa Lakk. 8
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu yeroo weerarri dhibee jiru kanatti jabaannee dhaabbachuuf kan nu gargaaran akkamitti akka taʼe nuuf ibsa.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk. 7
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko dargaggoonni haala rakkisaa weerara dhibee wajjin wal qabatee isaan mudachaa jiru akkamitti dandamachuu akka dandaʼan ibseera.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk. 6
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko utuma weerarri dhibee jiruu nyaanni hafuuraa dhihaachuu isaa kan itti fufe akkamitti akka taʼe ibseera.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk. 5
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko yeroo golfaan babalʼatee jiru kanatti Yihowaan gara laafinaan kakaʼee jaalala kan nutti argisiise akkamitti akka taʼe ibseera.