Dhimma ijoo ta'etti seeni

Oduu Addunyaa Maraa

 

2022-02-02

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2022 Lakk. 1

Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko karaa hafuuraa dammaqoo akka taanu nu jajjabeessa.

2021-12-17

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 10

Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko weerara dhibee wajjin haala walqabateen odeeffannoo haaraa dhiheessa, akkasumas karaa itti yeroo keenya sirriitti itti fayyadamuu dandeenyu ilaalchisee yaada nuuf hira.

2021-11-15

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 9

Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko yaada nama jajjabeessu dubbata, akkasumas muuxannoo sagantaa yaalii walgaʼii obboloonni qaamaan wal arguudhaan godhan irraa argame nutti hima.

2021-08-27

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 7

Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko tokkummaa keenya isa gatii guddaa qabu eeggachuu ilaalchisee jajjabina kenna.