Oduu Addunyaa Maraa
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 5
Gabaasa kana irratti, Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko gaafannoo obboleessa keenya Deenisii fi obboleettii keenya Iriinaa wajjin godhamee fi nama jajjabeessu nutti hima.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 4
Gabaasa kana irratti, Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko walgaʼii naannoo qaamaan godhannu hawwiidhaan akka eeggannu nu gargaara, akkasumas Yihowaan saba isaa akkamitti akka eegu ni ibsa.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 3
Miseensi Qaama Olaanaa tokko obboloonni keenya rakkinaa fi haala gaddisiisaa keessatti Yihowaa iddoo kooluu itti galan godhachaa kan jiran akkamitti akka taʼe nutti hima.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 2
Gaafannoo miseensota haaraa Qaama Ol Aanaa lamaaf, jechuunis obboleessa keenya Geej Filiigilii fi obboleessa keenya Jeefrii Wiinderiif godhame.
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 1
Beeksisa gammachiisaa waaʼee piroojektii Raamaapoo fi sochii qajeelchitoota keenyaa dhaggaʼuuf gabaasa kana akka ilaaltan isin jajjabeessina.

