Dhimma ijoo ta'etti seeni

Oduu Addunyaa Maraa

 

2023-04-17

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 3

Miseensi Qaama Olaanaa tokko obboloonni keenya rakkinaa fi haala gaddisiisaa keessatti Yihowaa iddoo kooluu itti galan godhachaa kan jiran akkamitti akka taʼe nutti hima.

2023-03-14

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 2

Gaafannoo miseensota haaraa Qaama Ol Aanaa lamaaf, jechuunis obboleessa keenya Geej Filiigilii fi obboleessa keenya Jeefrii Wiinderiif godhame.

2023-01-06

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 1

Beeksisa gammachiisaa waaʼee piroojektii Raamaapoo fi sochii qajeelchitoota keenyaa dhaggaʼuuf gabaasa kana akka ilaaltan isin jajjabeessina.

2022-12-02

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2022 Lakk. 8

Miseensi Qaama Olaanaa tokko saragallaa Yihowaa wajjin qixa deemuuf sirreeffama barbaachisu gochuuf qophaaʼoo akka taanu nu jajjabeessa.

2022-10-28

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2022 Lakk. 7

Miseensi Qaama Olaanaa tokko yeroo balaa arginu dafnee tarkaanfii fudhachuuf akka qophoofnu nu jajjabeessa.