Oduu Addunyaa Maraa
129 keessaa 121 - 129 argisiisaa jira
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk.1
Dhugaa Baatonni Yihowaa Kooriyaa Kibbaa, Xaaliyaanii fi Yunaayitid Isteetis keessa jiran babalʼina golfaa ilaalchisee maal akka godhan dhaggeeffadhu.
Balaa Addunyaa Maraa: Yeroo Dhukkubni Daddarbaa fi Balaan Gaʼutti Obboloota Keenya Gargaaruu
Qaamni Ol Aanaan yeroo gargaarsi barbaachisutti dafee tarkaanfii fudhachuudhaan obbolootaa fi obboleettotaaf qajeelfama kennuu isaa itti fufa.
Odeeffannoo Vaayirasii Kooronaa fi Of Eeggachuuf Wanta Gochuu Dandeenyu
Naannoo dhukubni babalʼatetti kan argamtu yoo taʼe qabxiiwwan sii gargaaruu dandaʼan hubadhu.
Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Guutuun Isaa Afaan Mallattoo Ameerikaatiin ni Argama
Hojii Kitaaba Qulqulluu Afaan Mallattoo kana qopheessuuf hojjetamee fi deebii namoota gurri isaanii hin dhageenyee ilaali.
129 keessaa 121 - 129 argisiisaa jira