Michoota Yihowaa Irraa Baradhu​—Gilgaalawwan

Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

Eeliyaas

Eeliyaas isa michuu Yihowaa taʼerraa maal baratta?

Mefibosheet

Akkuma Mefibosheet dabni yommuu sirratti raawwatamutti gammachuu kee akkuma eeggattetti itti fufuu kan dandeessu akkamitti?

Yoseef

Yoseef isa michuu Yihowaa taʼerraa maal baratte?

Iyyaasuu fi Kaaleb

Iyyaasuu fi Kaaleb warra michoota Yihowaa taʼan irraa maal barachuu dandeessa?

Abigaayil

Abigaayil ishee michuu Yihowaa turte irraa maal barachuu dandeessa?

Dibooraa

Michuu Yihowaa kan taate Dibooraarraa maal baratta?

Abeel

Michoota Yihowaa irraa maalfaa barachuu dandeessa?

Ermiyaas

Ermiyaas isa michuu Yihowaa taʼerraa maal baratta?

Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa

Michoota Yihowaa irraa maal barachuu dandeessu?—Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa

Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.