Michuu Yihowaa Taʼi—Gilgaalota
Yeroo Hundumaa Kadhadhu: Nootaa Muuziqaa fi Walaloo
Nootaa fi walaloo maxxanfamuu dandaʼu kana garagalfadhu. Ijoolleen faarfannaa barachuuf salphaa taʼe kana ni jaallatu!
Kaaleb Kitaaba Isa Kam Dubbisaa Jira?
Viidiyoo “Hatuun Sirrii Miti” jedhu ilaali. Achiis gilgaala kana maxxanfadhuutii halluu itti dibi.
Konkolaataa Kaaleb Hojjechuu
Konkolaataa Kaaleb erga maxxansitee booda kutii baasiitii walitti qabsiisi.
Maal Gochuu Qabda?
Viidiyoo “Dhiifama Godhi” jedhu ilaali; achiis gilgaalicha maxxanfadhuutii fakkii isa sirriitti halluu dibi.
Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?
Yihowaan akkuma intala xinnoo Israaʼel kanaa atis akka hin sodaanne si gargaaruu dandaʼa.
Wal Bira Qabi: Jireenya Ammaa fi Isa Gara Fuulduraa
Wanti Kitaaba Qulqulluu keessatti dursee dubbatame jannata keessatti ni raawwatamaa?
Deebii Deebisuuf Qophaaʼuu Dandeessaa?
Kaaleb wanta deebisu yaadachuuf maaltu isa gargaare?
Harʼa Waaʼee Maalii Kadhachuu Dandeessa?
Wantoota kamfaa ilaalchisee kadhachuu akka barbaaddu barreessi ykn fakkiidhaan kaaʼi.
Sammuu Keessan Leenjisaa!
Warri, ijoollee isaaniitiif eegumsa gochuuf maal gochuu dandaʼu?
Mana Yihowaa ni Kabajjaa?
Fakkiiwwan yeroo walgaʼii Kiristiyaanaa irratti argamtu amala gaarii qabaachuu qabdu argisiisan kamfaʼi?
Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 1ffaa)
Kaardiiwwan kutamanii baʼuu dandaʼan kana Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa Uumamaa hanga Isaayaas jiran yaadachuuf itti fayyadami.
Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 2ffaa)
Kaardiiwwan kutamanii baʼuu dandaʼan kana Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa Ermiyaasii hanga Miilkiyaas jiran yaadachuuf itti fayyadami.
Dhugaa Dubbachuun Riqicha Ijaaruu Wajjin Wal Fakkaata
Hiriyummaa cimsuu irratti dhugaa dubbachuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?
Kan Galateeffattu Taʼi: Nootaa Muuziqaa fi Walaloo
Wanta isiniif godhan hundaaf warra keessan galateeffadhaa!
Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 3ffaa)
Kaardiiwwan kana Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Giriikii Maatewosii hanga Mulʼataa jiran yaadachuuf itti fayyadami.
Qophii Yihowaan Gaaʼelaaf Godhe
Hiriyoonni gaaʼelaa Kitaaba Qulqulluu irraa gorsa akkamii argachuu dandaʼu?
Maqaa Yihowaa
Maqaan Waaqayyoo Kitaaba Qulqulluu keessatti siʼa meeqa argama?
Jaalalaan Kakaʼanii Gargaarsa Gochuu
Namoonni kaan Yihowaa akka beekan gargaaruuf wanti hojjechuu dandeenyu hedduun jira. Ati maal gochuu dandeessa?
Furicha
Furiin Yesuus kaffale kan nu barbaachisu maaliifi?
Jannata Keessa Akka Galte Godhii Yaadi
Jannata keessatti hunda caalaa maal hawwiidhaan eeggatta?
Yeroo Yakki Si Irratti Raawwatamu Jabaadhuu Dhaabadhu
Yeroo namoonni nu miidhanitti maal gochuu qabna?
Michoota Yihowaa Wajjin Deemuu
Qoʼannaa dhuunfaa Kitaaba Qulqulluu gochuu jalqabuuf gilgaala kanatti fayyadami.
Gad Of Qabi
Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu adda addaa irraa waaʼee gad of qabuu baradhu.
Sababa Itti Gammannu
Addunyaa haaraa Waaqayyo fidu keessatti bineensa isa kam wajjin taphachuu barbaadda?
Yeroo Nama Jaallattu Duʼaan Dhabdu Jabaadhuu Dhaabbadhu
Yeroo namni jaallannu tokko duʼutti gammachuu argachuu kan dandeenyu akkamitti?
Manaa Gara Manaatti
Tajaajila dirree irratti meeshaalee isaan kamfaatti fayyadamuu barbaadda?
Mana Yihowaatiif Jaalala Qabaadhu
Manni Yihowaa qulqulluu taʼee akka eegamuuf gaʼee kee raawwadhu!
Dargaggummaatti Yihowaa Waaqeffadhaa
Kan galateeffattu taʼuu kee argisiisuu kan dandeessu akkamitti?
Yihowaa Gammachiisi
Isaaf ajajamuudhaanii fi murtoo gaarii gochuudhaan Yihowaa gammachiisuu ni dandeenya.
Yihowaan Michuu Koo Hunda Caalu Dha
Yihowaan Michuu keenya waan taʼeef, biqiltuuwwanii fi bineensota itti gammadnu nuuf uumeera.
Tajaajilaaf Akka Gaariitti Qophaaʼi
Tajaajila irratti fakkeenya gaarii taʼuu kan dandeessu akkamitti?
Dhiifama Godhi
Warra kaaniif dhiifama gochuuf maaltu si gargaaruu dandaʼa?
Muuziqaa Viidiyoowwan, Faarfannaawwanii fi Gilgaalawwan “Michuu Yihowaa Taʼi” Jedhuuf Qophaaʼe
Barumsawwan Kaalebii fi Soofiyaan baratan tokko tokko ni yaadattaa?
“Nan fedha!”
Yesuus namoota gargaaruu ni jaallata. Atoo akkas gochuu dandeessaa?
Waaqeffannaa Maatii Gochuu Ni Jaallanna
Waaqeffannaa maatii keessan caalaatti gammachiisaa gochuu kan dandeessan akkamitti?
Namoota Gargaaruu
Akkuma Yesuus nama dhukkuba nadaayiitiin qabame tokko gargaare, atis obboloota rakkatan gargaaruu ni dandeessa.
Akka Gaariitti Yeroo Keenyatti Fayyadamuu
Efesoon 5:15, 16 akka gaariitti yeroo keetti fayyadamuuf kan si gargaaru akkamitti?
Adabni Jaalala Argisiisa
Adabaaf ilaalcha akkamii qabaachuu qabda?
Hammam Gammadda?
Hinaaffaadhaan lallabuuf maal gochuu dandeessa?
Aarsaa Kaffaluu
Namoota gargaaruun kan nu gammachiisu maaliifi?
Warra Nagaa Jaallatan Barbaaduu
Obboloonni keenya addunyaa maratti lallabaa jiru.
Namoota Jaalladhu
Soofiyaan jaalalaa fi garummaa argisiisuu kan dandeessu akkamitti?
Nama Akkamiin Michuu Godhachuu Qaba?
Akkuma Maartaa fi Soofiyaa michoota, michuu Yihowaa taʼuuf si gargaaran filadhu.
Babalʼisaa hin Cuuphamne Taʼuu
Babalʼisaa hin cuuphamne taʼuun galma hafuuraa baayʼee gaarii taʼedha!
Ulaagaalee Cuuphaa
Waaʼee ulaagaalee cuuphaa baradhaa, akkasumas ijoolleen keessan galmawwan hafuuraa baafatan irra akka gaʼan gargaaraa.
Yihowaan Iddoo Guddaa Siif Kenna
Zooyiin, Yesuusiin fakkaachuudhaan Yihowaa duratti iddoo guddaa qabaachuu akka dandeessuu baratteetti. Atihoo?
Yihowaan Abbaa Keenyadha
Yihowaan akka abbaa keenyaatti akka isa ilaallu barbaada.
Waaqayyotu Guddisa
Namni tokko karaa hafuuraa kan guddatu akkamitti akka taʼe haa barannu!
Gocha Jaalalaa Hundarra Caalu
Ijoolleen keessan akkuma Zoowii aarsaa Yesuusiif dinqisiifannaa akka qabaatan barachuu ni dandaʼu.
Keessummaa Simadhaa
Maatiidhaan akkamitti keessummaa simachuu akka dandeessan baradhaa.
Qajeelchaa Taʼuu ni Dandeessa!
Qajeelchaa taʼuuf galma akka baafatan ijoollee keessan gargaaraa!

