Waaqayyo Lafa kan Uume Maaliifi?
Kaayyoon Waaqayyo lafaaf qabu maali dha? Lafti deebitee jannata ni taatii?
Mata Dureewwan Wal Qabatan
Viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluu—Barumsawwan BarbaachisooKanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MASARAA EEGUMSAA
Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?
Yesuus mootummaan rakkina lafarra jiru hiiku Mootummaa Waaqayyoo qofa akka taʼe beeka. Mootummaan sun wanta amantii kee cimsu akkamii raawwateera?
DAMMAQAA!
Mootummaa Waaqayyoo Jalatti “Nagaan ni Baayʼata”
Mootummaan Waaqayyoo guutummaa lafaarratti nagaa fi tokkummaan akka jiraatu godha.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO
Mootummaan Waaqayyoo Maali dha?
Yesuus tajaajila isaa yeroo raawwachaa turetti mata druee kam iyyuu caalaa waaʼee Mootummaa Waaqayyoo barsiiseera. Duuka buutonni isaas Mootummaan kun akka dhufu waggoota hedduudhaaf kadhachaa turaniiru.
DAMMAQAA!
Barumsa Abdii Nuuf Argamsiisu
Abdii gammachiisaa yeroo gara fuulduraa ilaalchisee Waaqayyo nuuf kenne muraasa ilaali.
DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU
Kaayyoon Jireenyaa Maali Dha?
‘Kaayyoon jireenyaa maali dha’ jettee gaafattee beektaa? Kitaabni Qulqulluun gaaffii kanaaf akkamitti deebii akka kennu baradhu.
WAAʼEE KEENYA
Dhufnee Si Haasofsiisnuu?
Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO