Waaqayyo Maqaa Qabaa?
Waaqayyo, Abbaa, Uumaa, Gooftaa kan jedhan dabalatee maqaawwan ulfinaa baayʼee qaba. (Faarfannaa 89:26; Lallaba 12:1; Daaniʼel 2:47) Haa taʼu malee, maqaa ittiin waamamu ofii isaatiif baafateeraa?