Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna?
Kitaabichumti iyyuu “Dubbii Waaqayyoo” akka taʼee fi Waaqayyo akka “hin sobne” dubbata. (1 Tasaloniiqee 2:13; Tiirtos1:2) Kun dhugaa dhaa? Moo Kitaabni Qulqulluun sheekkoo fi oduu duriitiin kan guute dha?
Mata Dureewwan Wal Qabatan
Viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluu—Barumsawwan Barbaachisoo Seenaa Kitaaba Qulqulluu Seenaa fi Kitaaba Qulqulluu Saayinsii fi Kitaaba Qulqulluu Kitaabni Qulqulluun Gama Saayinsiitiin Sirrii DhaKanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU
Kitaabni Qulqulluun Maali dha?
Ergaa Waaqayyoo isa baayʼee dinqisiisaa taʼee fi dubbii Waaqayyoo jedhamu dubbisuu eegali.
DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU
Kitaabni Qulqulluun Wal Faallessaa?
Yaadawwan Kitaabni Qulqulluun kan wal faallessan fakkeessanii fi qabxiiwwan hiikawwan isaanii ifa akka siif taʼan gargaaran.
DAMMAQAA!
Kitaabni Qulqulluun—Kallattii Hundaan Sirrii Dha
Kitaabni Qulqulluun uumama ilaalchisee gama saayinsiitiin ibsi utuu hin kennamin yeroo dheeraa dura odeeffannoo sirrii kan qabate ture. Kana qofa utuu hin taʼin, waaʼee kaʼiinsaa fi kufaatii mootummoota addunyaa duree kan dubbatu taʼuu isaa irra iyyuu gaaffiiwwan guguddaa kaʼaniif deebii quubsaa kenna.
GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN
Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Hiika Sirriidhaa?
Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa hiikawwan kaanii wajjin garaagarummaa kan qabaate maaliifi?
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO
Kitaaba Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha?
Namootatu barreesse erga taʼee Dubbii Waaqayyoo jedhamuun isaa sirrii dhaa? Kitaabni Qulqulluun yaada eenyuu kan qabate dha?
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Keenya Eegali
Barumsa Kitaaba Qulqulluu mareedhaan tola kennamu nama tokkoo wajjin baradhu.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO