Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2025-2026 kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
‘Wanta Hafuurri Gumiiwwanitti Dubbatu Dhagaʼaa’
Sagantaa ganamaa fi waaree boodaa walgaʼii aanaa bakka buʼaan waajjira damee irratti argamuuf qophaaʼe.
Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
Gaaffileen kun sagantaa kanarratti deebii argatu.

