‘Misiraachicha Lallabaa!’ 2024 Sagantaa Walg⁠a⁠ʼii Naannoo

Jimaata

Sagantaan Jimaataa Luqaas 2:10 isa “Misiraachoo namoota hundaaf gammachuu guddaa argamsiisu” jedhurratti kan hunda⁠a⁠ʼedha.

Sanbadduraa

Sagantaan Sanbadduraa Faarfannaa 96:2 isa “Guyyaa guyyaadhaan misiraachoo fayyisuu isaa labsaa” jedhurratti kan hunda⁠a⁠ʼedha.

Dilbata

Sagantaan Dilbataa Maatewos 24:14 isa “. . . sana booda dhumni ni dhufa” jedhurratti kan hunda⁠a⁠ʼedha

Odeeffannoo

Odeeffannoowwan hirmaattota fayyadan.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

WAAʼEE KEENYA

Walg⁠a⁠ʼii naannoo 2025 “Waaqeffannaa Qulqulluu” jedhu irratti akka argamtu si affeerra

Walg⁠a⁠ʼii naannoo Dhugaa Baatonni Yihowaa waggaa waggaadhaan guyyaa sadiif geggeeffatan irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.

WALGAʼIIWWAN NAANNOO

Affeeramtaniittu: Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2024 ‘Misiraachicha Lallabaa!’ Jedhamu

Walgaʼii naannoo waggaa kanaa Dhugaa Baatonni Yihowaa qopheessanirratti akka argamtu si affeerra.

WALGAʼIIWWAN NAANNOO

Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Ifa Addunyaa Isa Dhugaa

Beeksisa Boqonnaa 1​ffaa Seenaa Tajaajila Yesuus ilaali. Boqonnaan kun walgaʼii naannoo 2024 irratti ilaalama.