Namni Jaallattan Yeroo Du’u
Namni ati jaallattu du’eeraa? Gadda kee dandamachuuf gargaarsa ni barbaaddaa?
Seensa
Barreeffamni kun jajjabina Kitaabni Qulqulluun namoota gaddaniif kennu qabateera.
“Kun Tasumaa Dhugaa Taʼuu Hin Dandaʼu!”
Wanti hin eegamnee fi nama gaddisiisu yeroo hundumaa maatiiwwan addunyaa maratti argaman irra ni gaʼa.
Gaddi Akkasii Sirriidhaa?
Nama jaallattu tokko yommuu duʼaan dhabdu, gadda kee ibsuun dogoggora dhaa?
Gaddakoo Dandaʼuuf Maaltu Na Gargaara?
Booʼuu moo dhiisuu qabda?
Warri Kaan Gargaarsa Gochuu Kan Dandaʼan Akkamitti?
Michoonni hubannaa qaban nama gadde tokko jajjabeessuuf dursa fudhachuun isaan barbaachisa taʼa.
Abdii Amansiisaa Namoonni Du’an Qaban
Namni tokko yommuu du’u deebinee akka isa hin haasofsiisne, waliin hin kolfine ykn wal hin hammanne yaaduun ni ulfaata. Ta’us Kitaabni Qulqulluun abdii qabateera.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Keenya Eegali
Barumsa Kitaaba Qulqulluu mareedhaan tola kennamu nama tokkoo wajjin baradhu.
MATA DUREEWWAN DABALATAA
Jajjabina Warra Nama Jaalatan Duʼaan Dhabaniif Taʼu
Yeroo nama jaalannu duʼaan dhabnutti namni gadda nutti dhagaʼamu nuuf hubatu akka hin jirre nutti dhagaʼama taʼa. Garuu Waaqayyo gadda nutti dhagaʼamu ni hubata, akkasumas nu gargaara.