Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
Dhugaawwan buʼuuraa eessa iyyuu argachuu hin dandeenye Kitaaba Qulqulluu irraa argachuu dandeenya. Ijoolleen wanta namoonni jedhan utuu hin taʼin wanta Abbaan isaanii inni samiin jedhu barachuu dandaʼu.
Wanta Ijoolleen Warrasaaniirraa Argachuu Qaban
Kitaabni kun ijoolleenii fi warri isaan faana dubbisan qabxiiwwan barbaachisoo taʼan irratti marii gaarii akka godhan isaan gargaaruuf qophaaʼe.
BOQONNAA
Yesus Barsiisaa Guddicha kan Jedhame Maaliifi?
Yesus wantoota akkamii barsiise? Barumsawwan kun hoo eessaa dhufan?
BOQONNAA
Xalayaa Waaqa Nu Jaallaturraa Nuu Ergame
Xalayaan isaa kitaaba hundumaa caalaa gatii guddaa qabu keessatti argama.
BOQONNAA
Isa Waan Hundumaa Uume
Simbirroota kan uumee fi sirbuu kan isaan barsiise eenyu? Marga magariisa kan uume eenyu? Kan si uume eenyu?
BOQONNAA
Waaqayyo Maqaa Qaba
Hundi keenya maqaa qabna. Maqaan Waaqayyoo eenyu akka ta’e beektaa? Maqaan isaa hammam barbaachisaadha?
BOQONNAA
Barsiisaa Guddichi Namoota Tajaajileera
Namni tokko wanta gaarii yommuu sii godhu ni gammaddaa? Hundi keenyayyuu ni gammanna; Barsiisaa Guddichi immoo kana beeka.
BOQONNAA
Ajajamuunkee Eegumsa Siif Argamsiisa
Ijoolleen warra guguddaa irraa barachuu danda’u. Waaqayyo wanta tokko akka goonu yommuu nutti himu, wanta sun sirrii wanta sirrii ta’e akka ta’e mirkanaa’aa ta’uu dandeenya.
BOQONNAA
Waaqayyo Hundumarra Ni Caala
Warra nuu ol ta’an keessaa tokko tokko warra gaarii dha, tokko tokko immoo hamoo dha.
BOQONNAA
Qorumsa Nurra Gaʼu Moʼuu Qabna
Namni tokko wanta sirrii hin taane akka gootu yoo sitti hime maal gochuu qabda?
BOQONNAA
Yesus Hafuurota Hamoorratti Aangoo Qaba
Sababiin hafuurota hamoo itti sodaannu hin jiru, taʼus akka nu hin gowwoomsine of eeggachuu qabna.
BOQONNAA
Gargaarsa Ergamoota Waaqayyoorraa Argamu
Ergamoonni Waaqayyoo namoota Yihowaa jaallatanii fi tajaajilan ni gargaaru.
BOQONNAA
Yesus Kadhannaa Akka Dhiheessinu Nu Barsiiseera
Guyyaas ta’e halkan yeroo kamittiyyuu Waaqayyotti dubbachuu dandeessa; innis si dhaga’a.
BOQONNAA
Dhiifama Gochuu Kan Qabnu Maaliifi?
Yesus kana hubachuu akka dandeenyu nu gargaaruuf seenaa tokko dubbateera.
BOQONNAA
Barumsa Nama Gaarii Taʼuu Ilaalchisee Kenname
Seenaa namicha Samaariyaa isa gaarii taʼe ilaalchisee dubbatu irraa barachuu.
BOQONNAA
Wanti Hunda Caalaa Barbaachisaa Ta’e Maalidha?
Waaqayyo biratti badhaadhota ta’uu kan dandeenyu akkamitti?
BOQONNAA
Gammachuu Argachuun kan Danda’amu Akkamitti?
Barsiisaa guddichi iccitii barbaachisaa ta’e tokko ifa baaseera.
BOQONNAA
Wanta Sii Godhameef Yaadattee ni Galateeffattaa?
Fakkeenya namoota dhukkuba nadaayiitiin qabaman 10 irraa barachuu ni dandeessa.
BOQONNAA
Yeroo Hunda Dursa Argachuu Barbaaddaa?
Yesus duuka buutonni isaa dhimma kana irratti yommuu wal morman maal isaaniin jedhe?
BOQONNAA
Of Jajuun Sirriidhaa?
Yesus seenaa waa’ee nama Fariisii tokkoo fi qaraxa sassaabu tokkoo dubbateera.
BOQONNAA
Sobuu kan hin Qabne Maaliifi?
Yihowaan Hanaaniyaa fi Safiiraa irratti tarkaanfii akkamii akka fudhate ilaali.
BOQONNAA
Namoonni kan Dhukkubsatan Maaliifi?
Yeroon itti namoonni utuu hin dhukkubsatin jiraatan ni dhufaa?
BOQONNAA
Matumaa Hattuu hin Ta’in!
Fakkeenya namoota wanta kan isaanii hin taane fudhatanii afur ilaali.
BOQONNAA
Namoonni Wanta Gadhee Raawwatan Jijjiiramuu Danda’uu?
Fakkeenyi Saa’olii fi dubartii ejjituu deebii nuuf kenna.
BOQONNAA
Wanta Gaarii Raawwachuun Ulfaataa Kan Ta’e Maaliifi?
Namoonni hamoon wanta isaan jedhan yoo gochuu didde maal godhu?
BOQONNAA
Eenyuun Waaqeffatta?
Namoonni waaqolii baay’ee waaqeffatu. Maal gochuu qabda? Dargaggoonni Ibrootaa sadan deebii nuu kennu.
BOQONNAA
Eenyuuf Abboomamuu Akka Qabnu Beekuu
“Mootichaaf, kan fudhachuun isaaf ta’u,Waaqayyoofis kan fudhachuun isaaf ta’u kennaa”.
BOQONNAA
Afeerriin Hundi Waaqayyoon ni Gammachiisaa?
Kitaabni Qulqulluun affeerraa ayyaanaa meeqa akka caqasu beektaa? Waa’ee wantoota kanaa wanta Waaqayyotti dhaga’mu hubachuu ni dandeenya.
BOQONNAA
Wantoota Sodaa Keenya Moʼuuf Nu Gargaaran
Barsiisaa Guddichi Yihowaa tajaajiluun salphaa akka taʼe hin dubbanne. Taʼus, karaan ija jabinnii fi gargaarsi itti argamu jira.
BOQONNAA
Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeenya?
Gaddi ykn kophummaan yoo sitti dhagaʼame maal gochuu qabda?
BOQONNAA
Yesus Eegumsa kan Argate Akkamitti?
Wanta Yihowaan, yeroo Yesuus daaʼima turetti namoota isa ajjeesuu barbaadan jalaa oolchuuf godhe irraa barachuu.
BOQONNAA
Yesus Nu Eeguu ni Danda’a
Yesuus yommuu lafarra turetti, namoota isa jaallataniif eegumsa kan godhu akkamitti akka taʼe argisiiseera.
BOQONNAA
Duʼaa ni Kaana!
Waaqayyo Yesus ijoollee dabalatee namoota duʼan akka kaasuuf humna kenneeraaf.
BOQONNAA
Eenyufaatu Duʼaa Kaʼa? Isaanoo Eessa Jiraatu?
Gaaffiiwwan kana ilaalchisee Yesus maal jedhe?
BOQONNAA
Yihowaa fi Ilmasaa Yaadachuu
Yesus, wanta innii fi Yihowaan nuu godhan yaadachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe duuka buutota isaatti argisiiseera.
BOQONNAA
Yesusiin Jaallachuu kan Qabnu Maaliifi?
Lubbuu isaa isa mudaa hin qabne waan nuu kenneef jireenya bara baraa argachuu ni dandeenya!
BOQONNAA
Waaqayyoon Gammachiisuu kan Dandeenyu Akkamitti?
Caqasni Kitaaba Qulqulluu tokko akkana jedha: “Yaa ilma koo, . . .ati ogeessa taʼi, garaa na ciibsi.”
BOQONNAA
Ijoollee Waaqayyoon Gammachiisan
Waaqayyoon gammachiisuuf wantoota akkamii gochuu dandeessa?
BOQONNAA
Hojii Hojjechuu kan Qabnu Maaliifi?
Hojii hojjechuun sammuu keenyaafis taʼe qaama keenyaaf gaariidha. Hojiitti gammaduu kan dandeessu akkamitti akka taʼe barachuu dandeessa.
BOQONNAA
Obboloonni Keenya Eenyufaʼi?
Namoota haadhaa fi abbaa keenya irraa hin dhalanne ni dabalataa?
BOQONNAA
Michoonni Keenya Waaqayyoon kan Jaallatan Taʼuu Qabu
“Hin gowwoominaa! Hiriyaan gadheen amala gaarii in mancaasa”.
BOQONNAA
Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? Akka Isa Barbaannu Akkamitti Argisiisna?
Yesus Yeroo wanta lafarra jiru hunda to’atu, jijjiirama guddaa godha.
BOQONNAA
Addunyaa Haaraa Nagaa Qabu Keessa Jiraachuu Dandeessa
Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuuf maal gochuu qabda?

