Faarfannaa 123:1-4
Faarfannaa Ol Baʼuu.
123 Yaa isa samiiwwan keessa teessoo irra teessee jirtuu,Ija koo gara keetti ol nan kaasa.+
2 Akkuma ijji tajaajiltootaa gara harka gooftaa isaanii,Ijji tajaajiltuus gara harka giiftii ishii ilaalu,Hamma inni gaarummaa nutti argisiisutti,+Ijji keenyas gara Waaqa keenya Yihowaa ni ilaala.+
3 Nuti salphina waan quufneef,+Gaarummaa nutti argisiisi, yaa Yihowaa, gaarummaa nutti argisiisi.
4 Qoosaa warra ofitti amanamanii,Tuffii warra of tuulaniis quufneerra.*
Miiljaleewwan
^ Ykn., “lubbuun keenya akka malee quufeera.”