Faarfannaa 117:1, 2
-
Waamicha saboonni hundi Yihowaa akka jajatan dhihaate
-
Jaalalli Waaqayyoo inni amanamaan guddaa dha (2)
-
117 Isin saboonni hundi, Yihowaa jajadhaa;+Isin namoonni* hundi, ulfina isaaf kennaa.+
2 Sababiin isaas, jaalalli amanamaan inni nuuf qabu guddaa dha;+Amanamummaan+ Yihowaa bara baraaf jabaatee dhaabbata.+
Yaahiin jajadhaa!*+

