Ibsa Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Ibsa Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
“Yihowaan [יהוה, YHWH] Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘ . . . Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira; wantoonni duraanii hin yaadataman, garaa keessas hin taaʼan.’”
—Isaayyaas 65:13, 17; akkasumas 2 Pheexiros 3:13 ilaali.
Guutummaan isaas taʼe gar tokkoon isaa afaan 280 oliin argama. Afaan kam faʼiin akka argamu beekuuf weebsaayitii www.jw.org/om ilaali.
Baayʼinni maxxansa Hiika Addunyaa Haaraa walumatti qabaatti:
Koppii 244,746,446
2024tti Maxxanfame
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii Kitaaba Qulqulluu barsiisuu Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti hojjetan gargaaruuf kan qophaaʼe dha.
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Afan Oromo (nwt-OA)
Made in U.S.A.
900 Red Mills Road
Wallkill, NY 12589-5200 U.S.A.

