Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii 23-29

FAKKEENYA 19

Waxabajjii 23-29

Faarfannaa 154 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Obboloota Keessaniif Michuu Dhugaa Taʼaa

(Daq. 10)

Dogoggora isaaniirratti hin xiyyeeffatinaa (Fak 19:11; w23.11 12-13 key. 16-17)

Yeroo barbaachisutti isaan gargaaraa (Fak 19:17; w23.07 9-10 key. 10-11)

Jaalala amanamaa isaanitti argisiisaa (Fak 19:22; w21.11 9 key. 6-7)

FAKKEENYA: Dandeettiin yaadachuu suuraa kaasuu wajjin wal fakkaata. Suuraawwan amaloota gaggaarii obboloonni keessan qaban argisiisan qofa hambifadhaa.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 19:21—Yeroo gorsa kenninu hundatti wanti tilmaama keessa galchuu qabnu maalidha? (it-1-E 515)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Waaʼee Kitaaba Qulqulluu utuu itti hin kaasin namni sun wantuma haasufturraa Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼuu kee akka beeku godhi. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namni sun marii keessan isa kanaan duraarratti uumama akka dinqisiifatu sitti himee ture. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) lmd kutaa dabalataa A qabxii 10—Mata duree: Waaqayyo Maqaa Qaba. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 40

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 61 fi Kadhannaa