Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 26–Waxabajjii 1

FAKKEENYA 15

Caamsaa 26–Waxabajjii 1

Faarfannaa 102 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Warri Kaan Garaa Gammade Akka Qabaatan Gargaaraa

(Daq. 10)

Obboloonni keenya qorumsi cimaan yeroo isaan mudatu guyyoonnisaanii hundi gaarii akka hin taane isaanitti dhagaʼamuu dandaʼa (Fak 15:15)

Namoota haala rakkisaa dandamachaa jiran keessummummaa simadhaa (Fak 15:17; w10 11/15 31 key. 16)

“Gammachuudhaan ilaaluu” fi jechoota gaarii muraasa dubbachuun qoftillee baayʼee isaan jajjabeessuu dandaʼa (Fak 15:23, 30, milj.; w18.04 23-24 key. 16-18)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gumii keenya keessaa namni jajjabinni isa barbaachisu jiraa? Ani gargaaruu kanan dandaʼu akkamitti?’

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 15:22—Dhugaan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu kun yaalii fayyaa ilaalchisee murtoo gaarii gochuuf kan nu gargaaru akkamitti? (ijwbq mata duree 39 key. 3)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 1 qabxii 5)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Kitaaba Qulqulluu Akka Qoʼatu Affeeri. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

6. Barattoota Gochuu

(Daq. 5) Barataa Kitaaba Qulqulluu mormiin maatii isa mudachaa jiru jajjabeessi. (th qoʼannaa 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 155

7. Qorumsi Jiraatus Garaa Gammade Qabaachuu ni Dandeenya

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYOO Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya . . . Dhiphinni Nu Irra Gaʼus, Beelofnus, Akkasumas Yoo Daarres jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  •   Muuxannoowwan kanarraa maal barattan?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 100 fi Kadhannaa