Caamsaa 12-18
FAKKEENYA 13
Faarfannaa 34 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. ‘Ibsaa Hamootaatiin’ hin Gowwoomfaminaa
(Daq. 10)
Hamoonni yeroo gara fuulduraa ilaalchisee abdii hin qaban (Fak 13:9; it-2-E 196 key. 2-3)
Namoota wanti gadheen wanta gaarii fakkaatee akka mulʼatu godhanitti hin michoominaa (Fak 13:20; w12 7/15 12 key. 3)
Yihowaan nama qajeelaa ni eebbisa (Fak 13:25; w04-AM 7/15 31 key. 6)
Jireenyi namoota wantoota addunyaa keessa jiran argachuuf carraaqqii godhanii akka namoonni hedduun yaadanitti gammachiisaa miti. Haa taʼu malee namoonni fedhii Yihowaa raawwatan jireenya dhugumaan gammachuu qabu jiraatu
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
-
Fak 13:24—Caqasni kun jaalalaa fi adabbii ilaalchisee maal nu barsiisa? (w21.02 5 key. 13)
-
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fak 13:1-17 (th qoʼannaa 10)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Dhimma yeroo ammaatti namoota hedduu yaaddessaa jiru tokko erga kaastanii booda, Kitaaba Qulqulluurraa wanta nama sana gargaaru itti argisiisi. (lmd barumsa 2 qabxii 5)
5. Marii Jalqabuu
(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 2 qabxii 3)
6. Haasaa
(Daq. 5) lmd kutaa dabalataa A qabxii 9—Mata duree: Ijoolleen Warra Isaanii Kabajanii fi Isaaniif Ajajaman Milkaaʼina Argatu. (th qoʼannaa 16)
Faarfannaa 77
7. “Ifni Qajeelotaa Akka Gaariitti ni Ifa”
(Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu.
Dubbiin Waaqayyoo beekumsaa fi ogummaa gita hin qabne qabateera. Daandii keenyarratti akka ifu yoo heyyamne milkaaʼina guddaa fi gammachuu dhuma hin qabne arganna. Addunyaan kana nuu kennuu hin dandaʼu.
VIIDIYOO Addunyaan Wanta hin Qabne Isiniif Kennuu hin Dandaʼu jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:
-
Muuxannoon obboleettii keenya Geeyinanshiinaa “ifni qajeelotaa” “ibsaa hamootaa” irra baayʼee akka caalu kan nuuf mirkaneessu akkamitti?—Fak 13:9
Waaʼee wantoota addunyaa keessa jiranii abjuʼachuudhaan ykn filannoo Yihowaa tajaajiluuf isin dandeessisu gochuu keessanitti gaabbuudhaan yeroo keessan hin gubinaa. (1Yo 2:15-17) Kanaa mannaa, ‘beekumsa hunda caalaa gatii guddaa qabuu’ fi argattanirratti xiyyeeffadhaa.—Flp 3:8.
8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 7)
9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 26 key. 9-17