Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu

Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu

Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu

WAGGAA 3FI ISAA GADIIF

Furiin, michuunsaa akka dhukkubsate dhagaʼe.

Kanaaf akkas jedhe: “Waan tokko gochuun qaba.

Akka inni dafee fayyufeel better xalayaanletter barreessaaf; achiis nan ergaaf!”deliver

Gaarummaa argisiisi; lamaan keessaniyyuu ni gammaddu! 1 Phexros 3:8

WANTA GOCHUU QABDU

Mucaankee wantoota kana akka sitti argisiisu gaafadhu:

Mana Minjaala Furii

Aduu Simbira Muka

Michuukee dhukkubsate tokko caqasiitii, isa jajjabeessuuf maal gochuu akka dandeessan mucaakee wajjin mariʼadhu.