Intarneetii Irratti
HIRMAANNAA HAWAASAA FI SIYAASAA
Dhugaa Baatonni Yihowaa Waraana Irratti kan hin Hirmaanne Maaliifi?
Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti waraana irratti hirmaachuu dhiisuudhaan beekamu. Sababii ejjennoo kana itti fudhanne ilaali.
(WAAʼEE KEENYA > GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN jalaa ilaali)
Yeroo Balaan Gaʼu, Jaalalli Hojiidhaaf Nu Kakaasa
Biyyoota hedduu keessatti Dhugaa Baatonni Yihowaa yeroo barbaachisutti gargaarsa ni kennu.
(WAAʼEE KEENYA > HOJIIWWAN jalaa ilaali)