Seensa

Seensa

Namoonni tokko tokko Yesuus dhuguma kan jiraate taʼuu isaa ni shakku; tokko tokko immoo mirkanaaʼoo dha. Kaan immoo sirriitti beekuun hin dandaʼamu jedhu.

Barruun “Dammaqaa!” kun kana ilaalchisee ragaan jiru maal akka argisiisu ibsa.