DAMMAQAA!

Ittiin Lixa

Afaan Oromoo
Ittiin Lixa
/assets/ct/fa815d8e9f/images/syn_placeholder_sqr.png
g17 Lakk. 4 ful. 2

Ittiin Lixa

Ittiin Lixa

Yeroo harʼaatti namoonni hedduun hamma hariiroon maatii isaanii balaadhaaf saaxilamuu fi mancaʼutti gar malee hojiin isaanitti baayʼata.

Karaa sirrii taʼeen yeroo keenyatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?

Namni ogeessi tokko yeroo tokko akkana jedhee barreesseera: “Rakkinaan itti dadhabanii harka lama guutuu qabaachuu mannaa, gabiitti harka tokko guutuu qabaachuu wayya.”—Lallaba 4:6.

Barruun “Dammaqaa!” kun wanta dursa kennuufii qabnu ilaalchisee gorsa gaarii qabateera.