Seensa
Barsiifata gadhee taʼe barsiifata gaarii taʼeen bakka buusuun yeroo fudhata; garuu kun wanta carraaqqiin godhamuufii qabu dhaa?
Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:
“Jalqaba gaarii irra, dhuma gaarii wayya.”—Lallaba 7:8.
Mata dureewwan kun, gorsawwan Kitaaba Qulqulluu namoonni karaa faayidaa isaaniif argamsiisuun akkamitti barsiifata isaanii toʼachuu akka dandaʼan argisiisan ibsu.