Xuanyu Han/Moment via Getty Images

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Lafti balaadhaaf saaxilamteetti.

Maarree, badiisarraa ooluu ni dandeessii? Moo nu fudhattee baddi? Mata dureewwan armaan gadii dubbisuudhaan wanta lafarra gaʼaa jiruu fi sababiin abdiidhaan itti eeggannu maal akka taʼe barachuu dandeessa.

Lafti gara fuulduraatti maal taati?

  • Bishaan Qulqulluun

  • Garbi

  • Bosonni

  • Qilleensi