Afaan Oromoo
Intarneetii irratti
https://assetsnffrgf-a.akamaihd.net/assets/ct/d71826a198/images/syn_placeholder_sqr.png
g17 Lakk. 2

Intarneetii irratti

Intarneetii irratti

GAAFFII DARGAGGOOTAA

Wanti Gaddisiisaan Yeroo Na Mudatu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Dargaggoonni lama wanta gaddisiisaa isaan mudate dandamachuuf wanta isaan gargaare nutti himu.

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA jalaa ilaali)

DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU

Jinniiwwan Dhugumaan Jiruu?

Jiru yoo taʼe eessaa dhufan? Dhiibbaa si irratti gochuu hoo ni dandaʼuu?

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU jalaa ilaali)