Michuu Yihowaa Taʼi—Nu Wajjin Faarfadhu

Faarfannaan viidiyoowwan animeeshinii wajjin qophaaʼan kun ijoolleen walaloo faarfannaa Mootummichaa akka baran gargaara.

Bakka Gargaarsi Barbaachisutti Tajaajiluu (Faarfannaa 84)

Karaawwan warra kaan gargaaruu itti dandeessu hedduun jiru.

Ija Kee Badhaasicha Irra Kaaʼadhu! (Faarfannaa 24)

Faarfannaa kana yeroo faarfattu, jireenyi Jannata keessaa hammam gammachiisaa akka taʼu yaadi.