Michuu Yihowaa Taʼi
Viidiyoowwan animeeshiniidhaan qophaaʼanii fi waaʼee Kitaaba Qulqulluu ijoollee barsiisan daawwadhu ykn buufadhu.
Yihowaan Qaama Dhugumaan Jirudha
Carraaqqiin Kaaleb godhe Yihowaan maal akka fakkaatu ilaaluuf si gargaara!
Beeksisa Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi Jedhuu: Yihowaan Qaama Dhugumaan Jirudha
Kaaleb deebii argachuuf carraaqqii gochuunsaa Yihowaan yeroo kamiiyyuu caalaa akka isaaf dhugoomu godheera!
Keessummaa Simadhaa
Namoota kaan simachuu kan dandeenyu akkamitti? Wantoota xixinnoo gochuudhaan warra kaan simachuun keenya jijjiirama guddaa fida.
Qajeelchaa Taʼuu ni Dandeessa!
Beeksisni gumiitti himame Kaaleb waaʼee qajeelchaa taʼuu akka yaadu isa taasiseera.
Gocha Jaalalaa Hundarra Caalu
Aarsaan Yesuus kennaa hundarra caaludha kan jennu maaliif akka taʼe ilaali.
Waaqayyotu Guddisa
Kitaaba Qulqulluu nama qoʼachiisuun si sodaachisaa? Yihowaan si gargaara!
Yihowaan Abbaa Keenyadha
Yihowaan akkuma abbaa si dhaggeeffatuu fi si kunuunsuuti.
Yihowaan Iddoo Guddaa Siif Kenna
Zoyiin akkuma Yesuus, Yihowaa duratti iddoo guddaa qabaachuu akka dandeessu baratteetti.
Beeksisa Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi Jedhuu: Yihowaan Iddoo Guddaa Siif Kenna
Zooy, adda taʼuun gaarii akka taʼe baratti.
Ulaagaalee Cuuphaa
Soofiyaan ulaagaalee cuuphaaf ishii qopheessan barachaa jirti.
Babalʼisaa hin Cuuphamne Taʼuu
Kaaleb waaʼee babalʼisaa hin cuuphamne taʼuu barateera.
Barumsa 47: Nama Akkamiin Michuu Godhachuu Qaba?
Yihowaan michoota akka argattu barbaada, garuu michoota gaarii akkamitti argatta?
Beeksisa Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi Jedhuu: Nama Akkamiin Michuu Godhachuu Qaba?
Soofiyaan michuu haaraa kan argattu akkamitti akka taʼe ilaali.
Barumsa 45: Waaqa hin Argineef Maaliif Ajajamna?
Waaqa kan hin argine taʼu illee kan isaaf ajajamnu maaliifi? Soofiyaan gaaffii kanaaf deebii akkamii akka kennite ilaali.
Barumsa 44: Abdii hin Kutatin
Namoonni misiraachicha dhagaʼuu yeroo didanitti maaltu sitti dhagaʼama? Wanta Kaalebii fi Soofiyaan godhan ilaali.
Barumsa 43: Yihowaan Kadhannaa ni Dhagaʼa
Yihowaan akka si gargaaru kadhachuu dandeessa; innis si dhagaʼa.
Beeksisa Viidiyoo “Michuu Yihowaa Taʼi” Jedhuu: Yihowaan Kadhannaa ni Dhagaʼa
Yihowaan kadhannaa Soofiyaatiif deebii kan kenne akkamitti akka taʼe ilaali.
Barumsa 34: Namoota Gargaaruu
Balaan yeroo uumamutti gargaarsa akkamii gochuu dandeessa?
Barumsa 33: Yihowaa Gammachiisi
Wanti guyyaa guyyaadhaan raawwattu garaa Yihowaa ciibsuu ni dandaʼa.
Barumsa 32: Tajaajilaaf Akka Gaariitti Qophaaʼi
Tajaajila baʼuu kee dura tarkaanfii fudhattu sadii barachuu qabda.
Barumsa 31:Mana Yihowaatiif Jaalala Qabaadhu
Galma Walgaʼii qulqulleessuu irratti ni hirmaattaa?
Barumsa 29: Gad Of Qabi
Kaaleb gad of qabuun maal akka taʼe barateera.
Barumsa 27: Jannata Keessa Akka Galte Godhii Yaadi
Addunyaa haaraa keessatti of ilaaltee beektaa?
Barumsa 26: Furicha
Aarsaan furii Yesuus yeroo ammatti kan nu gargaaru akkamitti?
Barumsa 25: Michoota Horachuu
Gumii keessatti namoota akkamiitu michoota kee taʼuu dandaʼa?
Barumsa 24: Yihowaan Wantoota Hunda Bareechee Uume
Yihowaan wantoota nama dinqisiisan hedduu uumeera! Isin hoo isa kam jaallattu?
Barumsa 23: Maqaa Yihowaa
Hiika maqaa Waaqayyoo beektaa?
Barumsa 22: Dhiira Tokkoo fi Dubartii Tokko
Ulaagaan Waaqayyo gaaʼelaaf baasee maalii dha? Barbaachisaa kan taʼee hoo maaliifi?
Barumsa 21: Obsa Qabaadhu!
Viidiyoo wanta kaaleb obsa akka qabaatuuf isa gargaare argisiisu ilaali.
Barumsa 20: Dhugaa Isaa Dubbadhu
Yeroo hunda dhugaa dubbachuu kan qabdu maaliifi?
Barumsa 19: Arjaa Taʼi
Sabni Yihowaa arjaa taʼuun isaanii maalfaa argamsiise?
Barumsa 18: Mana Yihowaatiif Ulfina Kenni
Mana Yihowaan keessatti waaqeffatamuuf ulfina kennuu kan dandeessu akkamitti?
Barumsa 17: Ijoollee Keessan Eegaa
Kaalebii fi Soofiyaan yaada gaarii taʼe waan argataniif eegumsa argataniiru.
Barumsa 15: Walgaʼii Irratti Sirriitti Dhaggeeffadhu
Walgaʼii irratti sirriitti dhaggeeffachuu fi barachuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?
Barumsa 14: Deebii Deebisuuf Qophaaʼi
Wantoonni deebii walgaʼii irratti deebistu qophaaʼuuf si gargaaran afur maali dha?
Barumsa 13: Yihowaan Akka Ati Hin Sodaanne Si Gargaara
Waaʼee Yihowaa namootatti himuu akka ati hin sodaanne maaltu si gargaara?
Barumsa 11: Dhiifama Godhi
Nama si mufachiisu tokko akkamitti qabuu qabda?
Barumsa 10: Arjaa Taʼi; Waan Qabdu Namaaf Hiri
Kaaleebii fi Soofiyaan kennaa isaanii waliif hiruudhaan caalaatti gammachuu akka argatan baradhu.
Barumsa 9: ‘Wantoota Hundumaa Kan Uume Yihowaa Dha’
Waaqayyo jalqaba irratti maal akka uume beektaa? Duraa duuba wantoonni ittiin uumaman Kaalebii wajjin baradhu.
Barumsa 8: Miʼawwan Kee Sirriitti Kaaʼi
Yihowaan wanta hunda iddoo iddoo isaa kaaʼe. Atis miʼawwan kee seeraan kaaʼachuu fi qulqulluu taʼuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu!
Barumsa 6: Maaloo fi Galatoomi
Kaaleb jechoota kanatti fayyadamuun jijjiirama guddaa akka fidu barata.
Barumsa 5: Kottu Tajaajila Baanaa
Soofiyaan tajaajila baʼuuf qophoofteettii? Viidiyoo kana ilaalii atis ishee wajjin qophaaʼi.
Barumsa 4: Hatuun Sirrii Miti
Waaqayyo hannaaf ilaalcha akkamii qaba? Baʼuu 20:15 dubbisi. Viidiyicha ilaaluudhaan Kaalebii wajjin caalaatti baradhu.
Barumsa 3: Yeroo Hundumaa Kadhadhu
Vidiyoon garagalfamuu dandaʼu kun, ijoolleen yoomii fi eessatti kadhachuu akka dandaʼan barsiisa.
Barumsa 2: Yihowaadhaaf Ajajami
Ashaangulliitii barbaanneen taphachuun keenya rakkina qabaa? Viidiyoo kana ilaaluudhaan Kaaleeb akkamitti michuu Yihowaa akka taʼe baradhu.
Barumsa 1: Warra Keetiif Ajajami
Warra keetiif ajajamuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Viidiyoo kana ilaaluudhaan deebii isaa Kaaleebii wajjin baradhu.
Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.

